anatomy
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- saayinsii waa'ee caasaa qaama namaa yookiin kan neefkaa qu'atu
- dhaaqamaa, caasaa qaama namaa yookiin kan bineeldaa
- xiinxalli yookiin gorannoo waan tokkoo ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Baayooloojii) * anaatoomii, saayinsii waa'ee keessa qaamolee lubbu qabeeyyii baqaqsuun qo'atu. Fkn: onneen seelotaa fi maashaa akkamii irraa akka ijaarame.