debate
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- falmii, falammii ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Barnoota) * falmii, falmiin mala barsiisuu keessaa tokko tahee barattoota garee lamatti qooduun dhimma falmisiifamu tokkorratti kan deegaranii fi kan morman gidduutti taassifamu dha
- (Seenaa) * marii, falmii mata duree murta'e ykn dhimma ta'e irratti osoo murtoon sagalee dhaan hin darbin dura namoota yookin garee gidduutti taasifamu maree namootni ykn gareen dhimma ta'e irratti yaada adda addaa calaqqisiisu
- (Seer-luuga) * falmii, dhimma tokko irratti ilaalcha garagaraa qabachuudhaan walmorkii yaadaa namoonni dubbii afaaniitiin taasisanidha
- (Seer-luuga) * falmii, waliin morkii namoonni lama yookiin isaan ol ta'an garee gareedhaan qoodamanii yaadaan wal amansiisanii injifachuuf taasisan