close
Jump to content

decline

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Gochima

[gulaali]

Gochima Afaan Ingiliffaa

  1. fudhachuu diduu
  2. xinnaachaa yookiin hir'achaa deemuu ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. suuta humna, aangoo fi kkf dhabuu ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Kompiyuutara) * diddaa, ajaja ykn sagantaa kompiyuutaraa dalagaa irraa jiru tokko osoo hin xumuramiin akka kufu ykn didu taasisu dha. ===Gochima===

Gochima Afaan Ingiliffaa

  1. (Seenaa) * gad-bu'uu, waan tokko hangaa fi qulqullinaan hir'ina agarsiisuu. Fkn: baroota dhihootii as tajaajili bu'uraalee misoomaa gad-bu'aa dhufeera Xiqqachuu ykn yaraa ta'aa dhufuu
  2. (Seenaa) * hira'chuu, waan tokko hangaa fi qulqullinaan akka duraa ta'uu hafuu. Oomishini shuukkaaraa bara kanaa baay'ee waan gadi bu'eef gatiin shukkaaraa dabaluu hin hafu jedhamee tilmamama (Moggoo: xinnaachuu)

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'