close
Jump to content

angle

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. kofa, cabsaa, roga ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Herreega) * kofa, danaa xiyyooliin lama tuqaa tokko irraa yommuu eegalan gidduu isaanitti uumamu dha. Xiyyooliin kunniin rogoota kofaa yommuu ta'an tuqaan itti wal qaxxaamuran immoo varteeksii kofichaa jedhama.
  2. (Herreega, Fiiziksii) * kofa, safara naanneffama sararri tokko tuqaa naannootti qabu. Safara bakka wal-qaxxaamura sararoota lama gidduu. Kofti digiriin ykn reediyaaniin akkasumas marsaadhaan safarama. Marsaa guutuu tokkoof 1rev=360^0=2pi rad; rev=revolution (marsaa), rad=reediyaanii (radian).
  3. (Herreega, Mallattoo) * kofa , Mallattoon isaas "∠"

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'