behaviorism
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- (Saayikooloojii) * yaad-hiddama yaad-qalbii (amaleeffannaa), yaada hiddama saayikooloojii akkaataa namni badhaasaaf adabbiidhaaf deebisa kennu irratti kan xiyyeeffatu. yaad-hiddamni kun yaada hiddama barachuu hawaasummaa jedhamees ni waamama. yaad-hiddamni kun kan xiyyeeffatu amala mul'ataa irratti waan ta'eef hayyootni saayikooloojii kan qorachuu qaban amala mul'ataadha jedha. kanaaf, yaad-hiddamni kun dhiibbaa hariiroo kakaasaafi deebisaa irratti kan xiyyeeffatu yemmuu ta'u adeemsa sammuu namaa keessatti ta'u garuu hinqoratu. kana jechuun akka yaad-hiddama kanaatti jijjiirama amalaa qoratamuu kan qabu hariiroo kakaastotaatiifi deebisaatiin malee dandeettii yaaduufi ademsa xiin-sammuu irratti xiyyeeffatamuu hin qabudha