close
Jump to content

behaviour

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. (Saayikooloojii) * amala(yaad-qalbii), jechi kun saayikooloojii keessatti gama garagaraatiin itti fayyadama. akka walii galaatti gocha namni tokko godhu kan bakka bu'udha. gochi kun immoo kallattiidhaan kan hubatamauu danda'udha malee adeemsa sammuu namaa keessatti ta'u kan argamuu hindandeenye kan hammatu miti

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'