cha
Appearance
Oromoo
[gulaali]Afaaneffannoo
[gulaali]- Syllables - cha, Count - 1
Audio: (file)
Fumaayyii
[gulaali]- maqaa booddeedhaan huddeelamee maqaan sun waan tanaan dura beekamu ta'uu isaa kan muldhisu.
- Fakkeenya ° (Fakkeenyaaf jechoonni "nama" yookiin "gurbaa" jedhaman yoo kanaan dura warra dubbachaa jiru biratti beekaman ta'e, namicha waami, gurbicha ergadhu jechuun nidanda'ama).