close
Jump to content

nama

Wiktionary irraa

Oromoo

[gulaali]

Afaaneffannoo

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

  1. uumama miilla lamaan deemu, kan yaaduufi dubbachuu danda 'u (dhiira, dubartii yookiin lamaanuu walitti qabaatti).
    Fakkeenya ° (Bineensi kan nama irraa adda ta'eef sababa yaaduufi dubbachuu hindandeenyeef).
    Fakkeenya ° (Namni du'a qofa dadhabe).
  2. uumama onnee qabeessa.
    Fakkeenya ° (Mee! yoo nama taate koottuu qabaa kee tokko natti buusi! Isheen nama! waan tokko hinsodaattu).

Latii Jechootaa

[gulaali]

Dhalatoo jecha nama jedhuu

🟩 Afaan Oromoo Core Case - nama
Absolutive singularnama
Nominative singularnamni
Nominative + Focusnamatu
Accusative singularnama
Genitive singularnamaa
Genitive + Focusnamaatu
Instrumental (simple)namaan
Instrumental (extended)namaatiin
Dative singularnamaaf
Dative (extended)namaatiif
Allativenamatti
Genitive-Allativenamaatti
Vocativeyaa namaa
🟩 Relational / Locative Cases
Superessivenamarra
Superessive-Locativenamarratti
Superessive-Ablativenamarraa
Inessivenama keessa
Inessive-Locativenama keessatti
Elativenama keessaa
Subessivenama jala
Subessive-Locativenama jalatti
Sublative-Ablativenama jalaa
Adessivenama bira
Adessive-Locativenama biratti
Adessive-Ablativenama biraa
🟩 Genitive-Based Relational Locative Cases
Superessivenamaarra
Superessive-Locativenamaarratti
Superessive-Ablativenamaarraa
Inessivenamaa keessa
Inessive-Locativenamaa keessatti
Elativenamaa keessaa
Subessivenamaa jala
Subessive-Locativenamaa jalatti
Sublative-Ablativenamaa jalaa
Adessivenamaa bira
Adessive-Locativenamaa biratti
Adessive-Ablativenamaa biraa
🟩 Definite and Indefinite Form + Gender
Indefinitenama
Definite male singularnamicha
Genitive definite male singularnamichaa
Definite female singular/Genitivenamittii
Proximal (nominative) (this) malenamni kun
Proximal (nominative) (this) femalenamni tun
Proximal (nominative+focus) malenama kanatu
Proximal (nominative+focus) femalenama tanatu
Proximal (Accusative) malenama kana
Proximal (Accusative) femalenama tana
Distal (nominative) both gendersnamni sun
Distal (nominative+focus)nama sanatu
Distal (Accusative)nama sana/san
Distal (Genitive)nama sanaa
Unknown (nominative)namni tokko
Unknown (nominative+focus)nama tokkotu
Unknown (Accusative)nama tokko
Unknown (Genitive)nama tokkoo

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'