mucha
Appearance
Oromoo
[gulaali]Afaaneffannoo
[gulaali]Cibra
[gulaali]- fiixee harmaa.
- Fakkeenya ° (Mucha duudaan aannan hinbaasu).
Latii Jechootaa
[gulaali]Dhalatoo jecha mucha jedhuu
| Case | Form |
|---|---|
| Absolutive | mucha |
| Nominative | muchi |
| Nominative + Focus | muchatu |
| Accusative | mucha |
| Genitive | muchaa |
| Genitive + Focus | muchaatu |
| Instrumental | muchaan |
| Instrumental (ext) | muchaatiin |
| Dative | muchaaf |
| Dative (ext) | muchaatiif |
| Allative | muchatti |
| Genitive-Allative | muchaatti |
| Vocative | yaa muchaa |